Dargaggoonnii fi ummanni Oromoo Juuntaa awwaluuf qooda isaa akka ba’u gaafatame
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa naannoo Oromiyaa dargaggoonnii fi ummanni Oromoo marti Juuntaa awwaluuf qooda isaa akka ba’u waamicha dhiyeesse.
Itti…