Yuunvarsiitiin Gaambeellaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 225 eebbisiise
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Gaambeellaa barattoota ogummaa garaagaraan digirii jalqabaa fi digirii 2ffaan barsiisaa ture kuma 1 fi 225 eebbisiiseera.…