Oduu biyya keessaa Duulli dhaabbii Inisheetivii Misooma Muuzii eegale Sifen Megersa Jun 7, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2017(FMC) – Duulli dhaabbii Inisheetivii Misooma Muuzii Magaalaa Baatuutti eegaleera. Jilli Sadarkaa Itti Aanaa Pirezidaantii Mootummaa naannoo Oromiyaatti…
Oduu biyya keessaa Magaalaa seeraa fi sirnaan jabduu taate ijaaruuf hojiin hojjetame bu’aa fideera – Kantibaa Adaanech… Sifen Megersa Jun 7, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2017(FMC) – Magaalaa seeraa fi sirnaan jabduu taate ijaaruuf hojiin hojjetame bu’aa fideera jedhan Kantibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen. Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Fooyyessichi qophii gahaan hojiirra ooluun isaa bu’aa qabatamaa galmeesse – Obbo Ahimad Shiidee Sifen Megersa Jun 7, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2017(FMC) – Fooyyessi Diinagdee Gooroo qophii gahaan hojiirra ooluun isaa damee hundaan bu’aa qabatamaa galmeesseera jedhan Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad…
Oduu biyya keessaa Magaalichi qondaaltoota kabachiisa dambii kuma 2 ol eebbisiisaa jira Sifen Megersa Jun 7, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2017(FMC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti Abbaan Taayitaa Kabachiisa Dambii qondaaltoota kabachiisa dambii kuma 2 ol marsaa 6ffaaf eebbisiisaa…
Oduu biyya keessaa Ajajni duultoota addaa leenjitoota komaandoo bu’uuraa eebbisiisaa jira Sifen Megersa Jun 7, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2017(FMC) – Ajajni Duultoota addaa leenjitoota Komaandoo bu’uuraa giddugala leenjii Bilaatteetti marsaa 43ffaaf eebbisiisaa jira. Itaamaajoor Shuumii Humna waraanaa…
Oduu biyya keessaa Miidiyaan faayidaa biyyaalessaaf dursa kennuun hojjechuu qaba Sifen Megersa Jun 5, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2017 (FMC) –Giddugalli Leenjii Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin akkaadaamii Teeleeviizyiinii Raashiyaa waliin ta'uu Gaazeexeessitootaf leenjii ogummaa kennaniiru.…
Oduu biyya keessaa Dhiibbaa hunda cichoominaan ce’uun biyya jabduu ijaaraa jirra – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jun 4, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2017 (FMC) – Seenessa waloo hunda hammatuu fi hojiilee faayidaa biyyaalessaa mirkaneessan hojjechuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee Itti Aanaa obbo Tamasgeen Xirunaa Sifen Megersa Jun 4, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2017 (FMC) – Goondar deebitee ka'aa jirti jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan FDRI obbo Tamasgeen Xirunaan. Obbo Tamasgeen Xirunaan turtii Goondaritti taasisaniin…
Biiznasii Oromiyaatti abbootiin qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 28 ol galmeessan hojii misooma… Sifen Megersa Jun 4, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2017(FMC) – Naannoo Oromiyaatti abbootiin qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 28 ol galmeessan kumni 1 fi 468 hojii misooma bunaarratti hojjechaa jiru jedhe…
Oduu biyya keessaa Pirojektiin Bishaan Dhugaatii Birrii miiliyoona 900 fi miiliyoona 51’n ijaarame eebbifame Sifen Megersa Jun 4, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2017(FMC) – Naannoo Somaalee Magaalaa Dagahaaburitti Pirojektiin Bishaan Dhugaatii qulqulluu Birrii miiliyoona 900 fi miiliyoona 51’n ijaarame eebbifame.…