Oduu biyya keessaa Guddina Anniisaa Haaromfamuu Itiyoophiyaatti… Sifen Megersa Apr 28, 2026 0 Finfinnee, Ebla 20, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan hirkattummaa boba’aa fi cilee jalaa bahuun dhiyeessii anniisaa maddoota anniisaa haaromfamaniirraa argachuuf xiyyeeffannoon hojjetaa jirti.…
Oduu biyya keessaa Qonni jallisii Bonee imala midhaan nyaataan of danda’uuf taasifamu keessatti boqonnaa murteessaadha… Sifen Megersa Apr 28, 2026 0 Finfinnee, Ebla 20, 2018 (FMC) – Qonni jallisii Bonee imala midhaan nyaataan of danda’uuf taasifamu keessatti boqonnaa murteessaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Ce’umsi Indaastirii Itiyoophiyaa birmadummaa biyyaalessaa waaraan mirkaneessuuf bu’uura… Sifen Megersa Apr 28, 2026 0 Finfinnee, Ebla 20, 2018(FMC) – Ce'umsi Indaastirii Itiyoophiyaa fedhii guddina diinagdee lakkoofsaan ibsuu caalaa birmadummaa biyyaalessaa waaraan mirkaneessuuf bu'uura…
Ispoortii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan morkiin har’a PSGn Baayerni Muunik waliin taasisu ni eegama Sifen Megersa Apr 28, 2026 0 Finfinnee, Ebla 20, 2018 (FMC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa tapha walakkaa xumuraa marsaa jalqabaan morkiin har’a PSGn Baayerni Muunik waliin taasisu ni eegama. Taphni walakkaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Mozaambiik damee Aviiyeeshiniin tumsaan hojjechuuf waliigalan Sifen Megersa Apr 27, 2026 0 Finfinnee, Ebla 19, 2018(FMC) – Abbaan Taayitaa Siiviil Aviiyeeshinii Itiyoophiyaa fi Abbaan Taayitaa Dambii Siiviil Aviiyeeshinii Moozaambiik dameewwan garaagaraan tumsaan hojjechuuf…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Mozaambiik tumsa damee loltummaan qaban cimsuuf mari’atan Sifen Megersa Apr 27, 2026 0 Finfinnee, Ebla 19, 2018(FMC) – Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisaa Injinar Ayishaa Mahaammad Ministira Raayyaa Ittisaa Moozaambiik Ikiristiiyaavoo Artuur Chummee waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Aantummaan lammiilee hundaaf haa ta’u – Piroofeesar Masfin Ar’aayaa Sifen Megersa Apr 27, 2026 0 Finfinnee, Ebla 19, 2018(FMC) – Mariisiftoonni Yaa’ii Maree biyyaaleessaa lammiilee hundaaf qixa aantummaa qabaachuu qabu jedhan Komishinarri Olaanaan Maree Biyyaaleessaa Piroofeesar Masfin…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Xiimootiyoos Ministira Alaa Moozaambiik waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 27, 2026 0 Finfinnee, Ebla 19, 2018(FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiyoos Ministira Alaa Moozaambiik Maariyaa Maanu’eelaa Luqaas waliin mari’ataniiru. Biyyoonni…
Ispoortii PSGfi Atileetikoo Maadriid tapha walakkaa xumuraaf darban Sifen Megersa Apr 15, 2026 0 Finfinnee, Ebla 6, 2018(FMC) – Tapha deebii nuusa xumuraa shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa halkan kana taphatameen PSGfi Atileetikoo Maadriid tapha walakkaa xumuraaf darbaniiru. PSG'n…
Teeknooloojii Indaastiriin bara ammaa aaraa fi sibiila qofa osoo hin taane Hubannoo namtolcheetis– Dooktar Abiy… Sifen Megersa Apr 14, 2026 0 Finfinnee, Ebla 6, 2018(FMC) – Indaastiriin bara ammaa aaraa fi sibiila qofa osoo hin taane Hubannoo namtolchees ta'uu ibsan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri…