Ayyaanni Irreechaa duudhaa isaa eegee akka kabajamuuf qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) – Ayyaanni Irreechaa duudhaa isaa eegee rakkoo tokko malee akka kabajamuuf qophiin xumuramuu Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa beeksiise.…