Kitaabni Faaya fayyaa jedhu Dooktar Naafyaad Getuutiin barreeffame eebbifame
Finfinnee, Fulbaana 9, 2014 (FBC) - Guddu gala aadaa Oromootti kitaabni Faaya fayyaa jedhu kan dhimmoota fayyaa waliin wal qabate Dooktar Naafyaad Getuun barreeffame eebbifameera.…