Shirri dargaggeessi magaalaa Finfinnee misooma fi nageenyaaf ga’ee isaa akka hin bane xaxame…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC) – Dargaggeessi Finfinnee misoomaa fi nageenya biyya isaatiif shoora akka hin qabaannee fi ga’ee isaa ba’achuu akka hin dandeenye shira xaxamaa ture…