Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad miseensota Poolisii yaalarra jiran daawwatan Sifen Megersa Sep 12, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad miseensota Poolisii Hospitaala RiifaraalaacPoolisii Federaalaatti dirqamaarratti miidhaamuun yaalarra jiran…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni mootummaa olaanoon adda waraanaa Afaaritti miseensota Raayyaa Ittisaa waliin Ayyaana… Sifen Megersa Sep 11, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - Itti aantuu Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee fi hoggantoonni mootummaa olaanoon biroo adda waraanaa Afaaritti miseensota Raayyaa…
Oduu biyya keessaa Komishinarri Komishinii Gamtaa Afrikaa hawwii gaarii Bara Haaraa Ityoophiyaaf hawwaniiru Sifen Megersa Sep 11, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - Komishinarri Komishinii Gamtaa Afrikaa Komishinar Muusaa Faakii barri haaraan 2014 Ityoophiyaaf bara nageenyaa fi Badhaadhinaa akka ta'u hawwaniiru.…
Oduu biyya keessaa Waajjirri Giiftii Duree fi dhaabileen Federaalaa daa’imman 320 kunuunsuuf waadaa galan Sifen Megersa Sep 11, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - Waajjirri Giiftii Duree fi dhaabileen Federaalaa 21 bara haaraa kanaa eegalanii daa'imman 320 kunuunsanii guddisuuf waadaa galaniiru. Daa'imman kunneen…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa teessoo isaanii Finfinnee taasiisan ergaa baga geessanii… Sifen Megersa Sep 11, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa teessoo isaanii Finfinnee taasiisan barri haaraan 2014 Ityoophiyaaf bara nagaa fi tasgabbii akka ta'u hawwii gaarii…
Oduu biyya keessaa Shawaa Lixaatti Humna Addaa Oromiyaa, Poolisii Federaalaa, poolisii idilee fi milishoota dirqamarra… Sifen Megersa Sep 11, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - Hoggansi Godina Shawaa Lixaa ayyaana bara haaraa 2014 sababeeffachuun Humna Addaa Oromiyaa, Poolisii Federaalaa, poolisii idilee fi milishoota …
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Arsii maatii qabsaa’otaa fi maanguddoota harka qalleeyyiif kennaa Ayyaana laate Sifen Megersa Sep 11, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - Yuunvarsiitiin Arsii Ayyaana bara haaraa Sababeeffachuun maatii qabsaa'otaa fi maanguddoota harka qalleeyyiif kennaa Ayyaana ittiin oolaan arjoomeera.…
Oduu biyya keessaa Maqeet bilisa baate Sifen Megersa Sep 11, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - Aanaan Maqeet guutummaan guutuutti garee shororkeessaa ABUT irraa bilisoomuu ibsame Magaaloonni Dabra Zabiix Agiriit, Filaaqiit fi Garaagar sochii…
Oduu biyya keessaa Yeroo murteessatti akka biyyaaf dhaabbattan biyyi keessanis isiniif dhaabbatti – MM Abiy… Sifen Megersa Sep 11, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) -Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad miseensonni Raayyaa Ittisaa hundi yeroo murteessatti akka biyyaaf dhaabbattan biyyi keessanis kan isaaniif dhaabbattu…
Oduu biyya keessaa Gootummaan Raayyaa Ittisaa Ityoophiyaa kan boonse, diina kan naasiiseedha – MM Abiy Ahimad Sifen Megersa Sep 11, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - Gootummaan Raayyaa Ittisaa Ityoophiyaa kan boonse, diina kan naasiiseedha jedhaan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad. Ajejaan Waliigalaa Humna…