Oduu biyya keessaa Jiraattoonni aanaa Meettaa Walqixxee hiriira ba’uun Shanee balaaleffatan Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Lixaatti Jiraattoonni Aanaa Meettaa Walqixxee hiriira ba’uun gocha Shanee balaaleffataniiru. Gocha suukkanneessaa…
Fayyaa Karoorri sagantaa Fooyya’iinsa Ekisteenshinii Fayyaa naannoo Somaalee ifoome Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Karoorri sagantaa Fooyya’iinsa Ekisteenshinii Fayyaa naannoo Somaalee bakka Hoggansi Mootummaa Federaalaa fi naannoo argamanitti ifoomeera.…
Teeknooloojii Ityoo Teeleekoom tajaajila 4G magaalaa Gaambeellaatti eegalchiise Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Ityoo Teeleekoom tajaajila 4G Kibbaa Lixaa Damee Lixaa magaalaa Gaambeellaatti eegalchiiseera. Tajaajilli 4G LTE jedhamu kun tajaajila…
Teeknooloojii Konveenshinichi Akkaadamii Saayinsiin akka hogganamu murtaa’e Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Konveenshiiniin qorannoo,teeknooloojii fi walitti hidhaminsa Indaastirii Barnoota olaanoo Akkaadamii Saayinsiin akka hogganamuu murtaa'eera.…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Reeyichel Oomaamoo waliin mari’atan Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Keeniyaa Ambaasaaddar…
Teeknooloojii Fooramiin misooma ICT Yuunivarsiitii Dirree Dawaatti gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Fooramiin misooma ICT qopheessummaa Ministeera Saayinsii fi dhaabbilee Barnoota olaanoon Yuunivarsiitii Dirree Dawaatti gaggeeffamaa jira…
Oduu biyya keessaa Labsiin kadhannaa fi Soomaa guyyoota shaniif labsame Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa ibsa har’a laateen guyyoota shaniif labsii kadhannaa fi Soomanaa labseera. Labsiin kun Qaammee 1-5, 2013tti…
Ispoortii Kiristaanoo Roonaaldoon seenaa haaraa galmeesse Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Taphataan sarara fulduraa Lammiin Poorchugaal Kiristaanoo Roonaaldoon kaleessa galgala goolii 2 galchuun biyyisaa akka injifattuuf seenaa haaraa…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Poolisii Godina Jimmaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga Arjooman Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Miseensonni Poolisii Godina Jimmaa 84 ta’an guyyaa har’aa Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga Arjoomaniiru. Miseensonni kunneen miindaa isaaniirraa Birrii…
Oduu biyya keessaa Ministirri Alaa Keeniyaa Finfinnee galan Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Keeniyaa Ambaasaaddar Raayshaal Oomaamoon daawwaannaa hojiif Finfinnee galaniiru. Ambaasaaddar…