Qaala’iinsa gatii hir’isuuf qamadiin Tooniin kumni dhibbi 4 bitamuun alaa galaa jira jedhame
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC) - Qaala’iinsa gatii hir’isuuf qamadiin Tooniin kumni dhibbi 4 bitamuun alaa galaa jiraachuu Waajjira Muummee Ministiraatti Gorsaa olaanaan Diinagdee…