Hawaasni Ispoortii Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa hiriiruun birmadummaa biyyaa eeguu qaba jedhame
Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) – Hawaasni Ispoortii Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa hiriiruun birmadummaa biyyaa eeguu akka qabu Komishinarri Komishinii Ispoortii obbo Nasir Huseen ibsan.…