Horsiisee bultoonni Godina Booranaa deeggarsi Raayyaa Ittisaaf taasiisan itti fufuu ibsameera
Finfinnee, Hagayya 3, 2013 (FBC) – Horsiisee bultoonni Godina Booranaa sangootaa 59 fi Re'oota 300 Raayyaa Ittisaaf deeggarsi taasiisan gara adda waraanaa imalaa jiraachuu ibsameera.…