Aadde Adaanach boqachuu Dooktara kabajaa Abbabach Goobanaa gaddi itti dhaga’amuu ibsan
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen boqachuu haadha hiyyeessaa Dooktara kabajaa Abbabach Goobanaa gaddi onnee camse itti…