Oduu biyya keessaa Tokkummaan keenya miidhaginaa fi jabina keenya – Dooktar Abiy Sifen Megersa Jun 16, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad tokkummaan keenya miidhaginaa fi jabina keenyaa jedhan. Miirrii ummataa har’a Jimmaa hanga…
Oduu biyya keessaa Boordichi kaadhimamtoota filannoo dhuunfaa 148f deeggarsi Birrii kuma 50 akka laatamu murteesse Sifen Megersa Jun 16, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa kaadhimamtoota filannoo dhuunfaa 148f deeggarsi Birrii kuma 50 tokkoon tokkoo isaaniif akka laatamu…
Ispoortii Tapha Waancaa Awurooppaan Raashiyaan Fiinlaanda injifatte Sifen Megersa Jun 16, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) – Taphni Waancaa Awurooppaa Fiinlaandii fi Raashiyaa gidduutti gaggeeffame olaantummaa Raashiyaan xumurameera. Ramaddii 'B' jala kan…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Gaabiiwwan waltajjii adda addaarratti kennaan argatan harka qaleeyyiif arjooman Sifen Megersa Jun 16, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) – Itti aantuu Kaantibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee Gaabiiwwan/Kutaawwan waltajjii adda addaarratti kennaan argatan harka qaleeyyiif…
Idil Addunyaa Israa’eel iddoowwan Hamaas Gaazaa keessatti argaman qilleensarraan haleeluu ibsite Sifen Megersa Jun 16, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) – Israa’eel iddoowwan Hamaas Gaazaa keessatti argaman humna qilleensarraan haleeluu beeksiifte. Iddoolee Hambaas Gaazaa argaman naannolee…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 381 Saa’ud Arabaiyaarraa gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Jun 16, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 381 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyya deebi’aniiru. Deebitoonni kunneen wayita buufata Xiyyaaraa idil…
Oduu biyya keessaa Godina Arsiitti lafa hektaara kuma dhibba 3 fi kuma 54 kilaasteraan misoomsuuf hojjetamaa jira… Sifen Megersa Jun 16, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) – Godina Arsiitti Qonna gannaa bara kaanaan lafa hektaara kuma dhibba 3 fi kuma 54 kilaasteraan misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa…
Oduu biyya keessaa Lagnis rakkoonis kan Afrikaa ta’uu isaan furmaata Afrikaa barbaada – Ambaasaaddar Diinaa Sifen Megersa Jun 16, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) – Dhimmi Marii Sadee hidha Haaromsaa bu’aa qabeessa kan ta’u Afrikaanoota qofaan ta’uu Dubbii Himaani Ministeerri Dhimma Alaa beeksiiseera.…
Oduu biyya keessaa Ummata Ityoophiyaa mara waliin taane Ityoophiyaa badhaate ni ijaarra – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jun 16, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) - Ummata Ityoophiyaa mara waliin taane Ityoophiyaa badhaate ni ijaarra jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy Ahimad,…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa diiggamuuf qarqarra geessee turte baraaruun danda’ameera – Obbo Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa Jun 16, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) - Ityoophiyaa diiggamuuf qarqarra geessee turte baraaruun danda’ameera jedhan Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan.…