Oduu biyya keessaa kitaabni ‘Ashaaraa’ eebbifame Sifen Megersa Jun 7, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC) - Haasawa Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad waggoota sadan darban taasiisan walitti qabuun kan maxxanfame kitaabni‘Ashaaraa’…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa wixineewwan labsii garaagaraa fooyya’anii dhiyaatanirratti murtoo dabarse Sifen Megersa Jun 7, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC) - Manni Maree Federeeshiin yaa’ii idilee har’a gaggeesseen wixineewwan labsii garaagaraa fooyya’anii dhiyaatanirratti mari’achuun murtoo dabarseera.…
Oduu biyya keessaa Maqaleetti barnoonni idilee eegale Sifen Megersa Jun 7, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC) -Magaalaa Maqaleetti barnoonni idilee eegaluu Waajjirri Barnootaa magaalichaa beeksiise. Magaalichatti weerara vaayrasii koroonaa fi rakkoo…
Oduu biyya keessaa Tiyaatirri Muuziqaa seenaa qabeessi ‘Abbaa Jifaar 2ffaa’ jedhamu agarsiisaaf dhiyaate Sifen Megersa Jun 7, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC) – Yunvarsiitii Jimmaatti Tiyaatirri Muuziqaa seenaa qabeessi ‘Abbaa Jifaar 2ffaa’ jedhamu agarsiisaaf dhiyaateera. Taateen kun barattoota ogummaa…
Oduu biyya keessaa Boordichi Filannoo marsaa 6ffaaf meeshaalee leenjii saamsuu fi raabsuu hojjechaa jiraachuu ibse Sifen Megersa Jun 7, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa Filannoo marsaa 6ffaaf meeshaalee leenjii saamsuu fi raabsuu raawwachaa jiraachuu beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Keeniyaa Finfinnee galan Sifen Megersa Jun 7, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC) - Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Keeniyaa Riicheel Omaamoon daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru. Riicheel Omaamoon Wayita Buufata Xiyyaaraa…
Idil Addunyaa Kim Jong-uun fiilmii, jiinsii fi jechoota hin aadeffamnerra dhorkaa jabaa kaa’an Sifen Megersa Jun 7, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC) - Kooriyaan Kaabaa tibbana seerota haaraa hedduu raggaasistee jirti. Akkaataa seerota kanneeniin bulchaan biyyattii Kim Jong-uun fiilmii,…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Federeeshinii walga’ii idilee gaggeesse Sifen Megersa Jun 7, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC) - Manni Maree Federeeshinii bara paarlaamaa 5ffa, walga’ii idilee 2ffaa ajandaawwan dhiyaatan raggaasisuun gaggeessera. Af Yaa’iin Mana marichaa…
Idil Addunyaa Ugaandaan babal’achuu weerara vaayrasii koroonaa hordofee manneen barnootaa cufte Sifen Megersa Jun 7, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC) - Ugaandaan babal’achuu weerara vaayrasii koroonaa hordofee manneen barnootaa cufuu beeksiifte. Preezdaantiin Ugaandaa Yooweerii Muuseeviiniin…
Biiznasii Warshaan Zayitaa ‘W.A’ har’a ni eebbifama Sifen Megersa Jun 7, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC) –Magaalaa Dabra Maarqoositti Warshaan Zayitii ‘W.A’ baasii Birrii biiliyoons 5.2 ijaarrame har’a ni eebbifama. Naannoo Amaaraa magaalaa Dabra…