Guutinsa Bishaanii Hidha Haaromsaaf Teeknooloojii Duumessa Roobsiisuutti fayyadamuuf karoorri…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC) - Guutinsa Bishaanii Hidha Haaromsaaf Rooba idilee dabalataan Teeknooloojii Duumessa baay'isu fayyadamuuf karoorri qabamuu Ejansiin Raaga Haala Qilleensaa…