Ityoophiyaan dhimma birmadummaa fi bilisummaa isheerratti qaama kamuu waliin marii hin teechu…
Finfinnee, Caamsaa 10, 2013 (FBC) - Ityoophiyaan dhimma birmadummaa fi bilisummaa isheerratti qaama kamuu waliin mariif kan hin dhiyaanne ta'uu hubatamuu akka qabu Muummeen Ministiraa FDRI…