Ityoophiyaatti karaan aangootti dhufuun danda’amu filannoo qofaani – Dooktar Abiy
Finfinnee, Eebila 14, 2013 (FBC) – Ityoophiyaatti karaan aangootti dhufuun danda'amu filannoo diimookiraatawaa fi nagaa qabeessa ta’e gaggeessuu qofaan ta’uu Muummeen Ministiraa…