Ispoortii Tapha gulaallii Seekaafaa kallattiin Faanaa + siin Sifen Megersa Nov 15, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2018 (FMC) –Tapha Gulaallii jalqabaa Waancaa Bahaa fi Giddugaleessaa Afrikaa umrii waggaa 17 gadii Itiyoophiyaan Ruwaandaa waliin taphattu Faanaa ‘Plus’ kallattiin…
Oduu biyya keessaa Fooramiin Magaalota Itiyoophiyaa 10ffaan gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Nov 15, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2018 (FMC) – Fooramiin Magaalota Itiyoophiyaa 10ffaa Naannoo Afaar Magaalaa Samaraa Loogiyaatti gaggeeffamaa jira. Fooramichi mata duree "Guddina Magaalotaa…
Oduu biyya keessaa Tamsaasni Televizhiinii adda citee ture deebi’e Sifen Megersa Nov 14, 2025 0 Sababa jijjiirama qilleensaa olaanaa naannawaa Israa’elitti mudatee tureen humni teelee poortii dhaabbata saatalaayitii dhiyeessu ‘SES’ addaan citee ture. Tamsaasni Televizhiinii Faanaa…
Ispoortii Kiiliyaam Mbaapeen miidhaa isa mudate hordofee gara Maadriiditti deebi’e Sifen Megersa Nov 14, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2018 (FMC) – Darggeessi umrii waggaa 26 taphataan sarara fuuldaraa Faransaay Mbaapeen miidhama isa mudate hordofee gara Riyaal Maadriiditti deebi’eera. Tapha…
Oduu biyya keessaa Samaraa Loogiyaa keessummoota Fooramii Magaalota Itiyoophiyaa 10ffaarratti hirmaatan simachaa jirti Sifen Megersa Nov 14, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2018 (FMC) – Magaalaan Samaraa Loogiyaa keessummoota Fooramii Magaalota Itiyoophiyaa 10ffaarratti hirmaatan simachaa jirti. Fooramiin magaalootaa Itiyoophiyaa 10ffaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaa sabaaf sablamoota Itiyoophiyaa 20ffaa kabajuuf qophiin taasifamaa jira Sifen Megersa Nov 14, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2018 (FMC) – Guyyaa sabaaf sablamoota Itiyoophiyaa 20ffaa kabajuuf qophiin barbaachisu taasifamaa jira jedhan Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyahu…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan waggoota 10 keessatti ulaa galaanaa yoo hin arganne waggaan giddugaleessan Doolaara… Sifen Megersa Nov 12, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC) –Itiyoophiyaan waggoota kurnan itti aanaan keessatti ulaa galaanaa argachuu yoo hin dandeenye waggaan giddugaleessan Doolaara biiliyoona 50 ol dhabdi jedhan…
Fayyaa Dhibeen Heemooraajiik Fever Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti mudate Sifen Megersa Nov 12, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC) –Dhibeen Heemooraajiik Fever Naannoo Kibba Itiyoophiyaa magaalaa Jiinkaatti mudachuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Dhibeen kun akka hin babal'anne…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitichi sanyii filatamaa akaakuu garaagaraa hawaasa naannawaaf dhiyeessa jira Sifen Megersa Nov 12, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC) –Yuunivarsiitiin Arsii sanyii filatamaa akaakuu garaagaraa baay'isuun qonnaan bultoota naannawaaf dhiyeessan jira jedhe. Yuunivarsitii Arsiitti diinii…
Oduu biyya keessaa Guyyoottan kurnan itti aanan keessa kutaaleen biyyattii harki caalu qilleensa gogaa, aduu fi… Sifen Megersa Nov 12, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC) – Guyyoottan kurnan itti aanan keessa kutaaleen Ityophiyaa harki caalu qilleensa gogaa, aduu fi qilleensa’aa qabaatu jedhe Inistiityuutiin Raaga Haala…