Idil Addunyaa Niijeeritti balaa lolaa qaqqabeen lubbuun namoota 51 darbe Sifen Megersa Sep 1, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2012 (FBC) – Niijeeritti balaa lolaa qaaqqabeen lubbuun namoota 51 darbuu himame. Baatii kana keessaa balaa lolaa irra deddeebiin uumameen lubbuun…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du’anii dhibba 8 caale Sifen Megersa Sep 1, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin namoonni dabalataa 1,009 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era. Sa’aa 24…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti misooma jallisii babal’isuuf Israa’eel deeggarsa taasiftu itti fufti –… Sifen Megersa Aug 31, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti misooma jallisii babal’isuuf Israa’eel deeggarsa taasiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Isiraa’eel…
Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun jila Sudaan Kibbaa simachuun dubbisan Sifen Megersa Aug 31, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) –Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargachaw jila Sudaan Kibbaa waajjira isaanitti simachuun dubbisaniiru. Obbo Gadduun…
Oduu biyya keessaa Manni murticha dhimma obbo Liddatuurratti beellama dabalataa poolisiin gaafate kuffise Sifen Megersa Aug 31, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) – Manni Murtii aanaa magaalaa Bishooftuu dhimma obbo Liddatuurratti abbaan alangaa himata hanga banuutti yeroo dabalataa Poolisiin gaafate kuffiseera.…
Ispoortii Shaampiyoonsi Liigii dubartoota Awrooppaan gareen dubartoota Liyoon abbaa waancaa ta’e Sifen Megersa Aug 31, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) – Shaampiyoonsi Liigii dubartoota Awrooppaan gareen dubartoota Olompik Liyoon Woolviisbarg 3 fi 1n injifachuun abbaa waancaa ta’e. Tapha…
Oduu biyya keessaa Qabiinsa qabiyyee lafaa ammayyeessuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Aug 31, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) – Qabiinsa Qabiyyee lafaa ammayyassuuf hojjetamaa jiraachuu himame. Baankiin lafaa fi Koorporeeshiniin misoomaa, Instiityuutii infoormeeshinii…
Idil Addunyaa Addunyaarratti lakkoofsi namoota Vaayrasii koroonaan du’anii kuma dhibba 8 fi kuma 50 caale Sifen Megersa Aug 31, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) –Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan lubbuu dhabanii kuma dhibba 8 fi kuma 50 caaluu himame. Akka ragaan ‘Woorlidoomeetirs’…
Oduu biyya keessaa Namoonni dhimma lafaa isiniif xummurra jechuun tajaajilamtootarraa maallaqa fudhatan too’annoo jala… Sifen Megersa Aug 31, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa bulchiinsa Gullalleetti namoonni dhimma lafaa isiniif xummurra jechuun tajaajilamtootarraa maallaqa fudhatan too’annoo jala…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii kuma 51 caale Sifen Megersa Aug 31, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin namoonni dabalataa 1,468 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era. Sa’aa 24…