Oduu biyya keessaa Miseensoota ABO shanee 14 irratti tarkaanfiin fudhatame Sifen Megersa Nov 25, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Godina Gujii Bahaa aanaa Gooroo Doolaatti Miseensoota ABO shanee 14 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Komishiiniin Poolisii Oromiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Aljeeriyaan damee Faarmaasiiyuutiikaal Indaastiriin tumsaan hojjechuuf walii galan Sifen Megersa Nov 25, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Aljeeriyaatti aanga’aa guutuun Ityoophiyaa Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachaw Ministira Ministeera Faarmaasiiyuutiikaal Indaastiriin Aljeeriyaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Biyyoonni qajeeltoo dhimmoota biyyoota biroo keessa galuu dhabuu kabajuu qabu- Dooktar Abiy Sifen Megersa Nov 25, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Biyyoonni qajeeltoo dhimmoota biyyoota biroo keessa galuu dhabuu kabajuu akka qaban Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad yaadachiisan.…
Fayyaa Hojiilee odeeffannoo fayyaa hojjetaman ilaalchisee mariin gaggeeffame Sifen Megersa Nov 25, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) - Koreen Qindeessaa Sirna Odeeffannoo Fayyaa Biyyaalessaa hojiilee odeeffannoo fayyaa Ityoophiyaatti hanga ammaatti hojjetaman ilaalchisee marii…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Jarman duula olaantummaa seeraa kabachiisuu naannoo Tigraayitti raawwachaa jiru irratti… Sifen Megersa Nov 23, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Mootummaan Jarman duula olaantummaa seeraa kabachiisuu naannoo Tigraayitti raawwachaa jiru irratti dhugaa jiru akka hubatu hubannoon laatamuu…
Oduu biyya keessaa Raashiyaan haala kamiiniyyuu Ityoophiyaa cinaa kan dhaabbattu ta’uu ibsite Sifen Megersa Nov 23, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Raashiyaan haala kamiiniyyuu Ityoophiyaa cinaa kan dhaabbattu ta’uu ibsite. Koreen dhaabbii hariiroo alaa fi dhimmoota nageenyaa jila Raashiyaa…
Oduu biyya keessaa Shakkamaan baala sammuu adoochu kuntaala 20 imalchiisaa ture too’atame Sifen Megersa Nov 23, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Naannoo Sidaamaa buufata Gumrukaa Xixxiichaatti shakkamaan baala sammuu adoochu kuntaala 20 imalchiisaa ture too’atamuu ibsame. Shakkamaan kun…
Oduu biyya keessaa Tattaaffii Ityoophiyaan hiyyummaa baleessuuf taasisaa jirtu Chaayinaan deeggaraa jirti –Obbo… Sifen Megersa Nov 23, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) - Tattaaffii Ityoophiyaan hiyyummaa baleessuu fi Badhaadhina mirkaneessuuf taasisaa jirtu Chaayinaan yeroo hunda cinaa kan dhaabbattu ta'uu obbo…
Oduu biyya keessaa Miseensoota ABO shanee 160 irratti tarkaanfiin fudhatame Sifen Megersa Nov 23, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Miseensoota ABO shanee 160 irratti tarkaanfii fudhachuu fi 68 ammoo too’achuu Komishiiniin Poolisii Oromiyaa beeksise. Humni Waraana ABO Shanee…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti shakkamtoonni haleellaa garaagaraa raawwachuuf turan 700 ol too’ataman Sifen Megersa Nov 23, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti shakkamtoonni haleellaa garaagaraa raawwachuuf socho’aa turan 700 ol too’atamuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksise.…