Hidhi qooqaa humnaa ol waan guuteef bishaan gadi lakkifama – Ministeera Bishaanii fi Inarjii
Finfinnee, Hagayya 7, 2017(FMC) - Rooba cimaa ganna kana roobaa jiruun Hidhi Qooqaa hamma bishaanii qabachuu qabuu ol waan qabateef boruu irraa eegalee hidhicha hir'isuuf bishaan baay'inaan…