Reediyoo Pireezidaanti Shimallis ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Mar 29, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC)_Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Ayyaana Iid Alfaxiir waggaa 1446ffaa sababeeffachuun hordoftoota Amantaa Muslimaa…
Oduu biyya keessaa Dura ta’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Mar 29, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) –Dura ta'aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammad Alii Yuusuuf Ayyaana Iid Alfaxir waggaa 1446ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantoonni naannolee ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Mar 29, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) –Pireezidaantoonni naannolee garaagaraa Ayyaana Iid Alfaxir waggaa 1446ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Pireezidaantiin naannoo…
Oduu biyya keessaa Dhaabbatichi Adaamii Tulluu fi Sokorruutti lammiilee 600’f maaddii qoode Sifen Megersa Mar 29, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) – Dhaabbanni Dhuunfaa Itti Gaafatamummaan isaa murtee’a Indaastiriin Qonnaa Gibee gareen Qarcaanshee ayyaana Iid Alfaxir sababeeffachuun Adaamii Tulluu…
Ispoortii Tapha Waancaa FA’n Kiristaal Paalaas walakkaa xumuraaf darbe Sifen Megersa Mar 29, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) – Tapha Nuusa xumuraa Waancaa FA Ingilaandiin Kiristaal Paalaas Fuulhaam injifachuun tapha walakkaa xumuraaf darbe. Tapha har’a waaree booda sa’aatii…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Waliigalaa dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa ergaa baga geessanii dabarse Sifen Megersa Mar 29, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) – Manni Maree Waliigalaa dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa Ayyaana Iid Alfaxir waggaa 1446ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera.…
Ispoortii Tapha Nuusa xumuraa waancaa Itiyoophiyaan Shaggar Bahiirdaar injifachuun walakkaa xumuraaf darbe Sifen Megersa Mar 29, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) – Tapha Nuusa xumuraa Waancaa Itiyoophiyaa har’a waaree booda taphatameen Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Shaggar Bahiirdaar injifachuun…
Oduu biyya keessaa Eebba hafuuraa baatii Ramadaanaa argame itti fufsiisuun Musliima hundaarraa eegama – Yaa’icha Sifen Megersa Mar 29, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) – Eebba hafuuraa, jaalala, kabajaa fi tokkummaa baatii Ramadaanaa argame itti fufsiisuun Musliima hundaarraa kan eegamau ta’uu Yaa’iin Dhaabbilee…
Oduu biyya keessaa Miidiyaaleen dhimmoota tokkummaa fi sabdaneessummaa diigan tamsaasurraa of qusachuu qabu – Dooktar… Sifen Megersa Mar 29, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) – Miidiyaaleen dhimmoota tokkummaa fi sabdaneessummaa diigan tamsaasurraa of qusachuu akka qaban Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti Ministirri Waamamaa…
Biiznasii Leessoo Itiyoophiyaan warshaa Kutaa Magaalaa Mana Abbichuutti ijaarsise eebbisiise Sifen Megersa Mar 29, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) – Ujummoolee daddabarsa Bishaan Dhugaatii fi Elektirikaa oomishuurratti kan hojjetu Leessoo Itiyoophiyaan Warshaa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Mana…