Piroofesar Birhaanuun ijaarsa babal’isuu Mana Barumsaa sadarkaa 2ffaa Hooxee eebbisan
Finfinnee, Fulbaana 28, 2018(FMC) – Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofesar Birhaanuu Naggaan Magaalaa Daseetti kan argamu ijaarsa babal’isuu Mana Barumsaa sadarkaa 2ffaa Hooxee…