Ispoortii Sayidoo Maaneen taphataa cimaa Afrikaa waggaa kanaa ta’e Sifen Megersa Jan 8, 2020 0 Finfinnee, Muddee 29, 2012 (FBC) – Lammiin Seeneegaalii fi taphataan sarara fuulduraa Liivarpool Sayidoo Maaneen taphataa cimaa Afrikaa bara kanaa ta’e. Sayidoo Maaneen Mahaammad…
Idil Addunyaa Balaa xiyyaara Yuukreeniin lubbuun imaltoota 176 darbe Sifen Megersa Jan 8, 2020 0 Finfinnee, Muddee 29, 2012 (FBC) –Xiyyaarri Yuukreen imaltoota 180 fe’ee magaalaa guddittii Iiraan Teehiraanii gara Keev imalaa ture kufee caccabuun miidhaa geessisuun isaa himame. Balaa…
Oduu biyya keessaa Qophii imala Hajjii fi Umraarratti mari’atame Sifen Megersa Jan 6, 2020 0 Finfinnee, Muddee 27, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimma Islaamummaa Ityoophiyaa Muuftii Hajii Umar Indiriis qophii imala Hajjii fi Umraarratti qondaala Saawdii Arabiyaa…
Oduu biyya keessaa Sosochiin hirmaannaa ummataa hojii misooma sululaa bara 2012 ifoome Sifen Megersa Jan 6, 2020 0 Finfinnee, Muddee 27, 2012 (FBC) – Sosochiin misooma sululaa bara kanaa mata duree’ qabeenya uummamaa keenya badhaadhina keenyaaf’ jedhuun kan eegalamu ta’uu Ministeerri Qonnaa fi Qabeenyaa…
Idil Addunyaa Iiraan waliigaltee Misooma Nuuklaarii diiguu ishee beeksifte Sifen Megersa Jan 6, 2020 0 Finfinnee, Muddee 27, 2012 (FBC) Iiraan waliigaltee misooma Nuuklaarii dhaabuu bara Faranjootaa 2015 mallatteessite diiguu ishee beeksiifte. Ajjeechaa Jeneraal Qaasiim Soleemaanii booda…
Ispoortii Bunni Ityoophiyaa Hadiyyaa Hoosaa’inaa 5-0n injifate Sifen Megersa Jan 4, 2020 0 Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) - Tapha Priimiyar Liigii Ityoophiyaa torbee 6ffaan Bunni Ityoophiyaa Hadiyyaa Hoosaa’inaa 5-0n yoo injifatu darbiin Oromiyaa qixaan xumurame. Tapha…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli elektiroonikii fooddaa tokkoo Ityoophiyaa ifoome Sifen Megersa Jan 4, 2020 0 Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) -Tajaajilli elektiroonikii fooddaa tokkoo Ityoophiyaa ifoome. Sirna baniinsaa irratti dubbii kan taasiisan Ministirri Galiiwwanii adde Adaanach Abeebee,…
Ispoortii Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa olaantummaa Oromiyaan xumurame Sifen Megersa Jan 4, 2020 0 Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) - Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa magaalaa Asallaatti guyyoota 6’f gaggeeffamaa ture olaantummaa Oromiyaan xumurame. Shaampiyoonnicha…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa filannoon bara kana akka gaggeeffamu ejjennoo cimaa qaba jedhame Sifen Megersa Jan 4, 2020 0 Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa filannoon biyyaaleessaa bara 2012 akka gaggeeffamuu qabu ejjennoo cimaa qabaachuu beeksise. Koreen Hojii Raawwachiiftuu…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi naannoo mana jireenyaa Amiibaaraa eegalame Sifen Megersa Jan 4, 2020 0 Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) - Handhuura Finfinnee Gootaraatti ijaarsi naannoo mana jireenyaa Amiibaaraa eegalame. Sirna eegalchiisuu kana irratti itti aanaa Kaantibaa Magaalaa…