Godina Matakkalitti namoonni kumni 1 ol too’annoo jala ooluun dhimmi isaanii seeraan ilaallamaa jira…
Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) – Naannichaatti olaantummaa seeraa mirkaneessuuf hojii hojjetameen namoonni dhuunfaan kumni 1 ol too’annoo jala ooluun dhimmi isaanii seeraan ilaallamaa…