Idil Addunyaa Ameerikaan Turkirra qoqqobbii keesse Sifen Megersa Dec 15, 2020 0 Finfinnee, Muddee 6, 2013 (FBC) – Ameerikaan miseensa Neetoo (NATO) kan taate Turkirra qoqqobbii kaa’uu beeksiifte. Qoqqobbichi Ankaaraan bara darbe Misaa’eela furguugamaa…
Oduu biyya keessaa Koreen Ministirootaa miseensota raayyaa ittisaa yaalarratti argaman daawwate Sifen Megersa Dec 15, 2020 0 Finfinnee, Muddee 6, 2013 (FBC) – Koreen Ministirootaa deeggarsa biyyaalessaa raayyaa ittisa biyyaa walitti qabu miseensota raayyaa ittisaa yaalarratti argaman daawwateera. Koreen…
Oduu biyya keessaa Manni Maree diinagdee walabaa biyyaalessaa hundaa’e Sifen Megersa Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Manni Maree diinagdee walabaa biyyaalessaa Ityoophiyaa hundaa’uu ibsame. Mootummaan sagantaa fooyya’iinsaa milkeessuu fi guddina…
Oduu biyya keessaa Preezdaanti Saahilawarq ministira dhimma alaa Faransaay waliin mari’ataa jiru Sifen Megersa Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) –Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ministira Ministeera Dhimma Alaa Faransaay zyoo Iiv Ladirooyoo waliin Abiijaanitti mari’ataa jiru.…
Ispoortii Ramaddiin taphoota Liigii Awurooppaa ifoome Sifen Megersa Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Ramaddiin taphoota Liigii Awurooppaa har’a waaree booda ifoome. Haaluma kaanaa:- Dynamo Kyiv - Club Brugge Wolfsberger - Tottenham…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayitti daandiin qilleensaa tajaajilaaf banaa ta’uu ibsame Sifen Megersa Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayitti daandiin qilleensaa tajaajilaaf banaa ta’uu Abbaan Taayitaa Siiviil Ayiveeshinii Ityoophiyaa Beeksise. Sababa duula olaantummaa…
Uncategorized Ramaddiin taphoota shaampiyoons Liigii Awurooppaa moo’atanii darbuu ifoome Sifen Megersa Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Ramaddiin taphoota shaampiyoons Liigii Awurooppaa moo’atanii darbuu har’a ifoome Baarseloonaa fi PSG waliit fideera. haaluma kanaan:-…
Oduu biyya keessaa Abbaan qabeenyaa Riil Isteetii Muularii fi Birgaadeer jeneraal Abrahaam mana murtiitti dhiyaatan Sifen Megersa Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Abbaan qabeenyaa Riil Isteetii Muular obbo Muluugeetaa Tasfaakiroos fi Birgaadeer jeneraal Abrahaam Mawucaan har’a Mana Murtiitti dhiyaataniiru.…
Oduu biyya keessaa Humni ABO shanee dadhabaa jiraachuu ibsame Sifen Megersa Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Humni ABO shanee dadhabaa jiraachuu Komishiniin Poolisii Oromiyaa beeksise. Itti anaan Komishinara Komishinii Poolisii Oromiyaa Komishinar Girmaa…
Ispoortii Tapha Betkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaan Hadiyyaa Hoosa’iinaan Walaayittaa Diichaa injifate Sifen Megersa Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Taphoota Betkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa har’a sa’aatii 4:00 irraa eegaluun gaggeeffameen Hadiyyaa Hoosa’iinaan Walaayittaa Diichaa injifate.…