Oduu biyya keessaa Raayyaa cimaa dirqama isaa ga’umsaan ba’uu danda’u… Sifen Megersa Sep 25, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC) - Raayyaa jabaa walabummaa fi faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa kabajchiisuuf dirqama kamiyyuu ga’umsa amansiisaan ba’uu danda’u ijaarameera jedhan…
Teeknooloojii Magaalaa Dirre Dhawaatti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob eegale Sifen Megersa Sep 25, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC) - Bulchiinsa Magaalaa Dirre Dhawaatti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob banamuun tajaajila kennuu eegaleera. Tajaajila Dirree giddugala tokkoo…
Idil Addunyaa Piitar Muktaar Filannoo Pireezidaantummaa Maalaawwii injifatan Sifen Megersa Sep 25, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC) – Filannoo Pireezidaantummaa Maalaawwiitti gaggeeffame maanguddoon umrii wggaa 85 Pireezidaantiin duraanii biyyattii Piitar Muktaar injifataniiru. Bara…
Fayyaa Haati tokko al tokkotti daa’imman shan deesse Sifen Megersa Sep 25, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2018(FMC) - Godina Wallagaa Bahaa magaalaa Naqamteetti haati tokko al tokkotti daa’immaan shan da’aniiru. Jiraattuu magaalaa Naqamtee kan ta’an aadde Asteer…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa xumuramuu hordofee Antooniyoo Guutareez ergaa baga gammaddanii dabarsan Sifen Megersa Sep 25, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Barreessaa olaanaa mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin dhimmoota waloorratti mari'ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Daamaraa Masqalaa qabeenya biyyaa fi miidhagina magaalaa Finfinneeti – Aadde Adaanech… Sifen Megersa Sep 24, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2018 (FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen kabaja ayyaanaa Daamaraa Masqalaa bara 2018 ilaalchisee dureewwan mana amantaa Kiristiyaanaa…
Ispoortii Olompikiin guddattoota Itiyoophiyaa gaggeeffamuufi Sifen Megersa Sep 24, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2018 (FMC) – Olompikiin guddattoota Itiyoophiyaa 2ffaan Onkololeessa dhufu keessa Finfinneetti gaggeeffama jedhe Koreen Olompikii Itiyoophiyaa. Dorgommichi…
Oduu biyya keessaa Darabaa fi ayyaana Masqalaa Shawaa Kaabaatti… Sifen Megersa Sep 24, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2018 (FMC) – Darabaan sirnoota Oromoon loon ittiin bulchu keessaa isa tokko. Uumanni Oromoo qabeenya loonii hedduu qabaachuun beekama. Kanaafis eegumsii fi…
Oduu biyya keessaa Konfiraansii Barnootaa Godina Jimmaatti Sifen Megersa Sep 24, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2018 (FMC) – Godina Jimmaatti konfiraansiin barnootaa bara 2018 qooda fudhattoota Godinaa fi Aanaalee hirmaachise gaggeeffamaa jira. Waltajjii kanaan raawwiin…
Oduu biyya keessaa Ayyaanonni bara Haaraa Goofaa ‘Gaazee Masqalaa, Ooyidaa, Yoo’oo Masqalaa’n kabajamaa jiru Sifen Megersa Sep 24, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2018 (FMC) – Ayyaanonni bara Haaraa saba Goofaa ‘Gaazee Masqalaa, Ooyidaa, Yoo’oo Masqalaa’n Magaalaa Saawulaatti kabajamaa jiru. Pireezidaantii naannoo Kibba…