Fayyaa Waa’ee dhibee Daranyoo Sombaa:- Sifen Megersa Jan 3, 2026 0 Dhukkubni daranyoo sombaa dhukkuba daddarbaa baakteeriyaan dhufuudha. Dhibeen kun irra caalaa sombaa namaa miidha. Mallattoolee dhibichaa :- ✓ Qufaa torban lamaa ol namarra ture…
Oduu biyya keessaa Namni dhuunfaan eeyyama malee hojii baankii hojjechuun biyyattii Doolaara miiliyoona 41 ol dhabsiise… Sifen Megersa Jan 2, 2026 0 Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) – Shakkamaa dhuunfaan eeyyama Baankii Biyyaalessaan ala hojii baankii hojjechuun Itiyoophiyaa Doolaara miiliyoona 41 ol dhabsiise himatameera. Himatamaan…
Oduu biyya keessaa Hanga ammaatti Daandiiwwan Kiiloometirri kuma 8 ol Suphaman – BDLO Sifen Megersa Jan 2, 2026 0 Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) - Biiroon Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa bara kana Daandiiwwan maddoota baajataa garaagaraa kiilomeetira kuma14 fi 500 ol suphuuf karoorfameera jedhe.…
Oduu biyya keessaa Mirga daa’immanii fi dargaggoota shamarranii eeguun dhaloota ga’oomeen egeree cimaa ijaaruuf… Sifen Megersa Jan 2, 2026 0 Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) – Mirga daa’immanii fi dargaggoota shamarranii eeguun dhaloota ga’oomeen egeree cimaa ijaaruuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaa.…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad:- Sifen Megersa Jan 2, 2026 0 Yaadni humna jijjiiramaati, hayyoonni ammoo bakka buutoota jijjiiramaati, jijjiiramni hayyoonni hawaasa keessatti uuman biyya gara Badhaadhinaatti ceesisa. Kanaaf hayyoonni yaada kabajuu…
Oduu biyya keessaa Godinichatti namoonni sagantaa seeftineetii fayyadamaa turan kumni 57 ol gara oomishtummaatti ce’an Sifen Megersa Jan 2, 2026 0 Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) – Godina Baaleetti maatiin fayyadamtoota sagantaa seeftineetii turan kumni 57 ol gara oomishtummaatti ce’uun wabii midhaan nyaataan of danda’an.…
Oduu biyya keessaa Hanqina dubbisuu, barreessuu fi qoyyobannaa barattootaa hiikuuf hojjetamaa jira – BBO Sifen Megersa Jan 2, 2026 0 Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) – Hanqina dubbisuu, barreessuu fi qoyyobannaa barattootaa hiikuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Barnootaa Oromiyaa. Qulqullina barnootaa fooyyessuuf…
Biiznasii Magaalichatti ayyaana qillee sababeeffachuun horiin qalmaa kumni 500 fi kumni 74 gabaaf dhiyaachaa… Sifen Megersa Jan 1, 2026 0 Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti Ayyaana Qillee sababeeffachuun dhiyeessiin gahaan akka jiraatu qophii gahaan taasifame jedhe Biiroon Daldalaa magaalichaa.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan biyya seenaa injifannoo gurguddaa fi birmadummaa umrii dheeraa qabduudha Sifen Megersa Jan 1, 2026 0 Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC) –Humni qilleensaa Itiyoophiyaa guyyaa hundeeffama isaa waggaa 90ffaa sababeeffachuun miidiyaaleef Magaalaa Bishooftuutti ibsa kenneera. Humni qilleensichaa…
Oduu biyya keessaa Dijitaal Itiyoophiyaa 2030’n hojiileen tajaajila haqaa caalmaatti saffisiisan ni hojjetamu Sifen Megersa Jan 1, 2026 0 Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC) –Dijitaal Itiyoophiyaa 2030’n hojiileen tajaajila haqaa saffisiisuuf eegalaman caalmaatti cimanii itti fufu jedhan Ministirri Ministeera Haqaa Haannaa…