Oduu biyya keessaa MM FDRI Dooktar Abiya Ahimad Bahaar Daar galan Sifen Megersa Aug 12, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ganama kana magaalaa Bahaar Daar galan. Dooktar Abiy wayita buufata xiyyaaraa magaalaa Bahaar…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 584 vaayrasii koroonaa yoo qabaman, lubbuun namoota 20 darbeera Sifen Megersa Aug 12, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2012 (FBC) –Ityoophiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeen namoonni dabalataa 584 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 20 darbeera. Sa’aa 24…
Oduu biyya keessaa Manni murtichaa gaaffii mirga wabii obbo Jawaar fudhatama dhabsiise Sifen Megersa Aug 12, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 6,2012 (FBC) – Manni Murtii sadarkaa jalqabaa federalaa dhadhacha ramaddii Araadaan gaaffii mirga wabii obbo Jawaar Maahaammad fudhatama dhabsiise. Manni…
Oduu biyya keessaa Mariin sadee har’a gaggeeffamuuf ture torbee tokkoof dheerate Sifen Megersa Aug 10, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Mariin sadee guutinsa bishaan Hidha Haaromsaarratti har’a gaggeeffamuuf tura gaaffii Sudaaniin torbee tokkoof dheerachuu himame. Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 773 vaayrasii koroonaa yoo qabaman, lubbuun namoota 13 darbeera Sifen Megersa Aug 10, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeen namoonni dabalataa 773 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 13 darbeera. Sa’aa 24…
Oduu biyya keessaa Abbaan Alangaa Waliigalaa fi dhaabbileen waamamtootaa karoora waggaa 10 irratti mari’atan Sifen Megersa Aug 10, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Abbaan Alangaa Waliigalaa fi dhaabbileen waamamtootaa karoora misoomaa waggaa 10 irratti mari’ataniiru. Ityoophiyaan tarree biyyoota Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Galmeessa meeshaalee waraanaa gaggeessuuf qophiin xumurame Sifen Megersa Aug 10, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Galmeessa meeshaalee waraanaa gaggeesuuf qophiin xumuramuu Ministeerri Nageenyaa beeksise. Meeshaalee waraanaa seeraan alaa ittisuu fi to’achuuf jecha…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti namoonni dabalataa 64 vaayrasii koroonaatin qabaman Sifen Megersa Aug 10, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni dabalataa 64 vaayrasii koroonaatin qabamuu ibsameera. Gabaasa qorannoo sa’aa 24 darben…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannoo Somaalee jiraattoota naannoo Afaar balaa lolaan miidhamaniif deeggarsa taasise Sifen Megersa Aug 10, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Mootummaan naannoo Somaalee jiraattoota naannoo Afaar balaa lolaan miidhamaniif deeggarsa taasise. Akka Biiroon dhimmoota koomiiniikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Manni Maree naannoo Afaar yaa’ii idileesaa gaggeessuu eegale Sifen Megersa Aug 10, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Manni Maree naannoo Afaar yaa’ii idilee 10ffaa bara hojii 5ffaa magaalaa Samaraatti gaggeessuu eegaleera. Preezdaantiin naannoo Afaar obbo…