Idil Addunyaa Traamp humna waraanaa hawaa hojii eegalchiisan Sifen Megersa Dec 21, 2019 0 Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp humna waraanaa hawaa hojii eegalchiisan. Traamp humni hawaa barbaachisaa ta’uu kan amanan, buufata waraanaa…
Ispoortii Loozaa Abarraa Taphattuu cimtuu Baatii Sadaasa fi Muddee taate Sifen Megersa Dec 21, 2019 0 Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) – Taphattuun sarara fulduraa kubbaa miilaa Loozaa Abarraa tapha priimeerliigii dubartoota Maaltaan keessatti ga’umsa olaanaa agarsiifteen taphattuu cimtuu…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi daandii Asfaaltii naannoolee sadi walqunnamsiisu eegalame Sifen Megersa Dec 21, 2019 0 Finfinnee, Muddee11, 2012 (FBC) – Ijaarsi Daandii Asfaaltii Oromiyaa, Naannoo Kibbaa fi Gaambeellaa qaxxaamuraan walqunnamsiisu eegalame. Daanichi km 140.2 kan dheeratu yoo ta’u, Jimmaa,…
Oduu biyya keessaa Walga’iin sadee Hidha Haaroomsaa eegalame Sifen Megersa Dec 21, 2019 0 Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) – Walga’iin 3ffaan hidha haaroomsaa Sudaan Kaartuumitti eegalame. Ministeeroonni Bishaanii,Jallisii fi Iinerjii Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibtsi dhimma…
Oduu biyya keessaa Gabaa ammayyaa’aa fi haqa qabeessa ta’e diriirsuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Dec 21, 2019 0 Finfinee, Muddee 11, 2012 (FBC) - Ejensiin Misooma Gabaa Oromiyaa rakkoo gabaa furuuf sirna gabaa ammayyaa'aa fi haqa qabeessa diriirsuuf hojjechaa jiraachuu beeksiseera. Rakkoo gabaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Faransaay iddoowwan seena qabeessa Aksuumii fi Adwaa daawwate Sifen Megersa Dec 21, 2019 0 Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) – Jilli Faransaay iddoowwan seena qabeessa Aksuumii fi Adwaa daawwate. Jilichaan itti aanaan Eetaa Maajoora Raayyaa Ittisa Biyyaa Faransaay; Leetanaal…
Oduu biyya keessaa Rasaasni seeraan alaa too’annoo jala oole Sifen Megersa Dec 21, 2019 0 Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) – Rasaasni seeraan alaa kumni tokkoo fi 702 too’annoo jala ooluu Ministeerri Galiiwwaanii beeksise. Guyyaa kaleessaa rasaasni garaagaraa buufata…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni Maallaqa Addunyaa Ityoophiyaaf liqaa fi deeggarsa Doolaara biiliyoona 2.9 raggaasise Sifen Megersa Dec 21, 2019 0 Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Maallaqa Addunyaa Ityoophiyaaf liqaa fi deeggarsa Doolaara biiliyoona 2.9 raggaasise. Boordiin Dhaabbata Maallaqa Addunyaa fooyyessa…
Oduu biyya keessaa Dhiiga osoo wal hin dibin Ityoophiyaa ijaarun ni barbaachisa jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy… Sifen Megersa Dec 21, 2019 0 Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) - Dhiiga osoo wal hin dibin Ityoophiyaa ijaarun ni barbaachisa jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy koonfaransii nageenyaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xiruunah ambaasaaddaroota Fiinlaandii fi Faransaay waliin mari’atan Sifen Megersa Dec 21, 2019 0 Finfinnee, Muddee 10, 2012 (FBC) - Preezdaantiin naannoo Amaaraa obbo Tamasgeen Xiruunah ambaasaaddaroota Fiinlaandii fi Faransaay waliin mari'atan. Preezdaantichi Ityoophiyaatti…