Oduu biyya keessaa Ciccituu Daandii Asfaaltii Hawaasa Komachiise Sifen Megersa Aug 13, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2017(FMC) - Daandiin Aspaaltii guddichi magaalaa Dodolaa fi Roobęe Baalee walquunnamsiisu ciccituun hawaasaafi konkolaachiftoota komachiise. Daandiin kun ciccituun…
Oduu biyya keessaa Hidhi qooqaa humnaa ol waan guuteef bishaan gadi lakkifama – Ministeera Bishaanii fi Inarjii Sifen Megersa Aug 13, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2017(FMC) - Rooba cimaa ganna kana roobaa jiruun Hidhi Qooqaa hamma bishaanii qabachuu qabuu ol waan qabateef boruu irraa eegalee hidhicha hir'isuuf bishaan baay'inaan…
Oduu biyya keessaa Hanqinaalee kenniinsa tajaajilaarratti mul’atan sirreessuuf mariin gaggeeffame Sifen Megersa Aug 9, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2017 (FMC) – Hanqinaalee kenniinsa tajaajila mootummaarratti akka biyyaatti mul’atan furuuf har’a waltajjiin marii gaggeeffameera. Miseensota Mana Maree Paartii…
Oduu biyya keessaa Damee Geejjibaan tajaajila fedhii ummataa bu’uura godhate kennuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Aug 9, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2017 (FMC) –Damee Geejjibaan tajaajila fedhii ummataa bu'uura godhate kennuuf hojjetamaa jira jedhe Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii. Ministir Deetaan…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Pirojektii buufata xiyyaaraa Nageellee Booranaa % 84 ol qaqqabe Sifen Megersa Aug 9, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2017 (FMC) –Birrii biiliyoona 1.5 oliin Ijaaramaa kan jiru Pirojektiin buufata xiyyaaraa Nageellee Booranaa % 84.5 qaqqabe. Godina Boorana Bahaa Bulchiinsa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Maaddii Guutuu oomishtummaa guddisuun birmadummaa nyaataa mirkaneessuu keessatti gumaacha… Sifen Megersa Aug 9, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2017 (FMC) – Sagantaan Maaddii Guutuu oomishtummaa guddisuun birmadummaa nyaataa mirkaneessuu keessatti gumaacha olaanaa bahachaa jira jedhe Ministeerri Qonnaa.…
Teeknooloojii Konkolaattoonni Elektirikaa ijaarsa Diinagdee Magariisaaf gumaacha taasisaa jiru Sifen Megersa Aug 5, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2017 (FMC) – Konkolaattoonni Elektirikaa ijaarsa Diinagdee Magariisaaf gumaacha taasisaa jiru jedhe Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii. Itiyoophiyaan gadi…
Ispoortii Gabaan Roobii Shaampiyoonaa Kilaboota Liigii 1ffaa Oromiyaa ta’e Sifen Megersa Aug 5, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2017 (FMC) – Taphni xumuraa Shaampiyoonaa Kilaboota Liigii 1ffaa Oromiyaa Gabaa Roobii fi Shanoo gidduutti taphatame olaantummaa Gabaa Roobiin xumurame.…
Oduu biyya keessaa Xaanaanesh 2 gara Hara Xaanaatti seenuuf qophii taate Sifen Megersa Aug 5, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2017 (FMC) – Bu’aa bahii hedduu darbuun Magaalaa Bahir Daar kan geesse Xaanaanesh 2 gara Hara Xaanaatti seenuuf qophii taateerti. Imala lafaarraa ishee jaalalaa…
Idil Addunyaa Chaayinaan namoonni kumni 7 vaayirasii kana dura hin beekamneen qabamuu beeksiste Sifen Megersa Aug 5, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2017 (FMC ) - Chaayinaa keessatti vaayirasiin busaan walqabatee dhufu namoota kuma 7 irratti argame jedhan aangawoonni biyyattii. Bookeen busaa yeroo nama hidditu…