Harki xiiqiif diriire Gaaddisa dhalootaaf ijaaraa jira – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Adoolessa 23, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan duula boru guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu ilaalchisee ergaa…