Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan sirna nyaataa waaraa ijaaruuf hojjechaa jirti Sifen Megersa Jul 23, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan qormaatilee mudatan carraatti jijjiiruun sirna nyaataa waaraa ijaaruuf hojjechaa jirti. Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa Gamtaa…
Oduu biyya keessaa Galmi barkumee bifa haaraan ijaaramuufi Sifen Megersa Jul 23, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2017 (FMC) - Galmi Barkumee bifa misoomaa naannawichatti gaggeeffamu waliin haala walmadaaleen bifa ammayyaa’een ijaaramuufi. Daayrektarri Piroomooshinii fi…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Federaalaa Nageenya waaressuuf injifannoowwan gaarii galmeesse – K/J Dammallaash… Sifen Megersa Jul 23, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2017 (FMC) – Poolisiin Federaalaa Nageenya waaressuuf injifannoowwan gaarii galmeesse jedhan Komishinarri Jeneraalaa Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Neezarlaandi hariiroo Immigireeshiinii fi dameewwan biroon qaban caalmaatti cimsuuf… Sifen Megersa Jul 23, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Neezarlaand hariiroo immigireeshinii fi dameewwan biroon qaban caalmaatti cimsuuf waliigalaniiru. Jilli Daayrektera olaantuu…
Ispoortii Biriiyaan Mibeemoon Maanchiister Yuunaayitiidiif malatteesse Sifen Megersa Jul 21, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2017 (FMC) - Jifatan Bireentifoordi Biriiyaan Mibeemoon Maanchiister Yuunaayitiidiif malatteesse. Lammiin Kaameeruun Jifatan Bireentifoordi Biriiyaan Mibeemoon…
Oduu biyya keessaa Barri 2017 bara dandamachuun itti eegaleedha – Obbo Ordiin Badirii Sifen Megersa Jul 21, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2017 (FMC) - Barri 2017 bara dandamachuun itti eegaleedha jedhan Pireezidaantiin Naannoo Hararuu Obbo Ordiin Badiriin. Manne maree bulchiinsaa naannoo Hararii…
Idil Addunyaa Baangilaadeeshitti Xiyyaarri waraanaa mana barnootaarratti kufe lubbuu namoota 19 galaafate Sifen Megersa Jul 21, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2017 (FMC) – Baangilaadeesh dhiheenya magaalaa Daakaatti xiyyaarri waraanaa shaakalliirra ture mana barnootaarratti kufuun yoo xiqqaate namootni 19 yoo du'an160 ol…
Ispoortii Liiverpuul Hugoo Ekiitikeen mallatteessifachuuf waliigale Sifen Megersa Jul 21, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2017 (FMC) – Liiverpuul Jifataa Intiraakti Firaankifarti Hugoo Ekiitikeen mallatteessifachuuf waliigale. Liiverpuul jijjiirraa kanaaf Paawundii miiliyoona 79 kan…
Oduu biyya keessaa Godina Ariitti balaa sigiga lafaa mudateen maatii tokko keessaa lubbuun namoota 5 darbe Sifen Megersa Jul 21, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2017 (FMC) – Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Arii aanaa Kibba Aariitti balaa sigiga lafaa mudateen maatii tokko keessaa lubbuun namoota 5darbe. Haatii fi Abbaan…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa dhaabbilee raawwii gaarii galmeessaniif beekamtii kenne Sifen Megersa Jul 21, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2017 (FMC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee dhaabbilee bara baajataa xumurame keessa hojiilee faayadamummaa ummataa mirkaneessan hojjechuun raawwii gaarii…