Oduu biyya keessaa Bulchiinsa qindaa’aa qabeenya Bishaanii cimsuu Sifen Megersa Oct 29, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2018 (FMC) –Bishaan dhimma Hawaasummaa, Diinagdee, Naannawaa fi Siyaasaa ta’uu hubachuun Bulchiinsa qindaa’aa qabeenya Bishaanii cimsuun murteessadha jedhe…
Fayyaa Yuunivarsiitichi namoota kuma 1fi 700 ta’aniif wal’aansa moora ijaa bilisaan kenne Sifen Megersa Oct 29, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitii Arsiitti Hospitaalli Barsiisummaa fi Riiferaalaa Asallaa jiraattota kuma 1 fi 700 ta’anii wal'aansa moora ijaa bilisaan kenneera.…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Arsii barattoota haaraa kuma 1 fi 600 ol simate Sifen Megersa Oct 29, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitiin Arsii barattoota Qormaata biyyaalessaa kutaa 12 darbuun ramadaman kuma 1 fi 600 ol kaampaasiwwan 3tti simateera. Barattoonni…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Naannawaa 2ffaan Eegumsa Fayyaa Biqiltootaa fi Beelladootaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Oct 29, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2018 (FMC) – Yaa'iin Naannawaa 2ffaan Eegumsa Fayyaa Biqiltootaa fi Beelladootaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Yaa’icha Abbaa Taayitaa Qonna…
Idil Addunyaa Ameerikaan haleellaa bidiruu qoricha sammuu adoochu feete irratti raawwatteen namoota 14 ajjeefte Sifen Megersa Oct 29, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2018 (FMC) – Ameerikaan haleellaa bidiruuwwan qoricha sammuu adoochu fe’anii imalaa turanirratti raawwatteen namoonni 14 ajjeefaman jedhe Ministeerri Raayyaa…
Ispoortii Dorgommiin Atileetiksii taphoota Olompikii Dargaggoota Itiyoophiyaa 2ffaan eegalame Sifen Megersa Oct 29, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2018 (FMC) – Dorgommiin Atileetiksii taphoota Olompikii Dargaggoota Itiyoophiyaa 2ffaan Magaalaa Finfinneetti eegalameera. Yeroo ammaa dorgommiin xumuraa…
Ispoortii Waancaa Liigii Ingiliziin taphni har’a Arsenaal Biraayitan, Liiverpuul ammoo Kiristaal Paalaas… Sifen Megersa Oct 29, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2018 (FMC) – Waancaa Liigii Ingiliz tapha moo’anii darbuun taphni har’a Arsenaal Biraayitan, Liiverpuul ammoo Kiristaal Paalaas keessummeessan ni eegama.…
Ispoortii Luusiwwan Waancaa Afrikaan ala ta’an Sifen Megersa Oct 28, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Luusiwwan Waancaa Afrikaa bara 2026 ala ta’an. Luusiwwan waggoota 14 booda Waancaa…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti bara kana lafti hektaarri kumni 300 ol Qamadii jallisii Bonaatiin ni misooma Sifen Megersa Oct 28, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Godina Jimmaatti bara kana lafti hektaarri kumni 300 ol Qamadii jallisii Bonaatiin ni misooma jedhe Waajjirri qonnaa godinichaa. Godinichatti bara…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa Mooshinii deeggarsaa dhiyaate raggaasise Sifen Megersa Oct 28, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Manni Maree bakka Bu’oota Ummataa haasawaa Pireezidaantii FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Sirna Baniinsaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Mana…