Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Mosxafee Mahaammad Samaraa galan Sifen Megersa Mar 17, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Mosxafee Mahaammad magaalaa Samaraa galaniiru. Sagantaan Afxiraa ummata obboleeyyan Afaarii fi Somaalee…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa boru Walga’ii idilee 20ffaa ni taa’a Sifen Megersa Mar 17, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) - Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa boru Walga'ii idilee 20ffaa bara hojii 4ffaa marsaa 6ffaa ni taa'a. Walga'ii gaggeessuun wixinee labsii Hoggansa…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensichaa Xiyyaara Biiznasii jalqabaa gara biyya keessaa galche Sifen Megersa Mar 17, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Xiyyaara Biiznasii jalqabaa Booyingi 737 – 800 jedhamu gara biyya keessaa galchuu beeksiseera. Maamiltoota tajaajila…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Olaanoon Raayyaa Ittisaa Taanzaaniyaa Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo daawwatan Sifen Megersa Mar 17, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Hoggantoonni Olaanoon Raayyaa Ittisaa Taanzaaniyaa Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo Itiyoophiyaa daawwataniiru. Giddugala misooma kalaqaa dabalatee…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Mar 17, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad hojiilee misooma Koriidarii Magaalaa Bahiirdaar ilaalchisee ergaa dabarsaniiru. Hojiilee misooma…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Maayinaamaaritti haala rakkisaa keessa turan 53 gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Mar 17, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Maayinaamaaritti haala rakkisaa keessa turan 53 gara biyyaa deebi’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise. Mootummaan hojii…
Idil Addunyaa Tiraampi dhimma dhukaasa dhaabuu Raashiyaa – Yuukreen ilaachisee gita isaanii Raashiyaa waliin… Sifen Megersa Mar 17, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi dhimma waliigaltee dhukaasa dhaabuu Raashiyaa – Yuukreen ilaachisee Boru gita isaanii Raashiyaa waliin…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Ministiroota Pilaanii, Misooma Diinagdee fi Faayinaansii Komishinii Diinagdee Afrikaa… Sifen Megersa Mar 17, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Yaa’iin Ministiroota Pilaanii, Misooma Diinagdee fi Faayinaansii Komishinii Diinagdee Afrikaa Mootummoota Gamtoomanii Finfinneetti taa’amuu eegale.…
Oduu biyya keessaa Sagantaa Afxiraa boru Finfinneetti gaggeeffamu hordofee daandiwwan tajaajila tiraafikaaf cufaman… Sifen Megersa Mar 15, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) - Poolisiin Magaalaa Finfinnee Sagantaa Afxiraa boru Addabaabayii Masqalaatti gaggeeffamu hordofee daandiwwan tajaajila tiraafikaaf cufaman ifoomseera.…
Oduu biyya keessaa Godina Walaayittaatti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 15 darbe Sifen Megersa Mar 15, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) -Godina Walaayittaa Aanaa Daamoot Wayideetti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 15 darbuu ibsameera. Balichaan hanga ammaatti lubbuun namoota 15…