Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan Adaamaatti hojiilee misoomaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) – Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan Adaamaatti hojiilee misoomaa daawwataniiru.
Aadde Sa'aadaan Waajjira Koompilesii, Hojii ‘SMART…