Ispoortii Itiyoophiyaa 1 – 0 Giinii Bisaaw Sifen Megersa Oct 8, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2018(FMC) – Taphni Gulaallii Waancaa Addunyaa marsaa 9ffaan Itiyoophiyaa fi Giinii Bisaaw gidduutti taphatame olaantummaa Itiyoophiyaan xumurameera. Itiyoophiyaan…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ministira Alaa Rippaablika Saayipiras waliin mari’atan Sifen Megersa Oct 8, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2018(FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Rippaablika Saayipiras Dooktar Koonistaantiinoos Koomboosii fi jila isaaniin durfamu…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Itiyoophiyaa mootummaa rakkoon hin gufanne, furmaataan kan ce’uudha – Dooktar Abiy… Sifen Megersa Oct 8, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2018(FMC) – Mootummaan Itiyoophiyaa, mootummaa rakkoon hin gufanne, furmaataan kan ce’uudha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Sirni beekamtii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Godinaalee Halaabaa fi Kambaataatti Qa’ee moodeela Baadiyyaa hojjetaman dabarsan Sifen Megersa Oct 8, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2018(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Godinaalee Halaabaa fi Kambaataatti Qa’ee Moodeelaa Baadiyyaa tajaajila…
Oduu biyya keessaa Lakkoofsi Gabatee Konkolaataa haaraan ifoome Sifen Megersa Oct 8, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2018(FMC) – Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii Lakkoofsa Gabatee Konkolaataa haaraa ifoomeera. Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu…
Teeknooloojii Kantiibaa Adaanech Abeebeen Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoob damee Boolee hojii eegalchiisan Sifen Megersa Oct 8, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2018(FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoob damee Boolee hojii eegalchiisaniiru. Komii ummataa kan ture…
Idil Addunyaa Yaa’ii 11ffaan ‘Tiink Taank’ Afrikaa eegalame Sifen Megersa Oct 8, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2018(FMC) – Hanqinaalee imaammatawwanii fi raawwii mul’atan hiikuurratti kan mari’atu Yaa’ii 11ffaan ‘Tiink Taank’ Afrikaa eegalameera. Yaa’ichi mata duree…
Oduu biyya keessaa Piroofesar Birhaanuun ijaarsa babal’isuu Mana Barumsaa sadarkaa 2ffaa Hooxee eebbisan Sifen Megersa Oct 8, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2018(FMC) – Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofesar Birhaanuu Naggaan Magaalaa Daseetti kan argamu ijaarsa babal’isuu Mana Barumsaa sadarkaa 2ffaa Hooxee…
Oduu biyya keessaa Sirna kaffaltii gibiraa ammayyeessuun lakkoofsa hattootaa hir’isuun danda’ame – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Oct 8, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2018(FMC) – Sirna kaffaltii gibiraa ammayyeessuun lakkoofsa hattootaa hir’isuun danda’ameera jedhan Ministirri Muummeen FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Sirni beekamtii…
Ispoortii Waaliyaawwan har’a gita isaanii Giinii Bisaw waliin taphatu Sifen Megersa Oct 8, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2018(FMC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Addunyaa gita isaa Giinii Bisaw waliin taphata. Waaliyaawwan taphichaaf Ruwaandaa…