Ispoortii Taphni xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a taphatama Sifen Megersa May 31, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2017 (FMC) – Taphni xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a PSG fi Intermiilaan gidduutti taphatama. Tapha xumuraa har’a halkan…
Oduu biyya keessaa Zooniin Diinagdee Addaa Gadaa Abdii dhalootaati – Dargaggoota carraa hojii argatan Sifen Megersa May 31, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2017 (FMC) – Piroojektii guddaa yaadama bal’aa qabu kana keessatti hirmaachuun carroomudha jedhan dargaggoonni Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa keessatti…
Ispoortii Sihuul Shireen gara Liigii Olaanootti gadi bu’e Sifen Megersa May 30, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 32ffaa har’a taphatameen Sihuul Shireen Qudduus Giyoorgisiin injifatamuu hordofee gara Liigii olaanootti…
Oduu biyya keessaa Manni amantichaa hojiilee misoomaa magaalicha keessatti hojjetamu tumsuu cimsee itti fufa Sifen Megersa May 30, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (FMC) – Manni Amantaa Ortodoksii Waloomaa hojiilee misoomaa magaalaa Finfinnee keessatti hojjetamuuf tumsa hundagaleessa taasisuu cimsee itti fufa jedhan…
Ispoortii Aleeksaandar Arnoold Maadriidiif mallateesse Sifen Megersa May 30, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (FMC) – Taphataa sarara ittisaa Liiverpuul kan ture Aleeksaandar Arnoold Maadriidiif mallateesseera. Aleeksaandar Arnoold torbee lama dura kilaba isa…
Oduu biyya keessaa Shaampiyoonaan Atileetiksii Itiyoophiyaa umrii waggaa 18 fi 20 gadii oolmaan guyyaa 5ffaa itti… Sifen Megersa May 30, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (FMC) – Dorgommii tarkaanfii meetira kuma 10 har’a gaggeeffameen Atileet Hiiwoot Ambaaw fi Atileet Abdusalaam Abdulwahaab injifataniiru. Dorgommii…
Oduu biyya keessaa Rogeeyyiin hawaasaa fi dhiibbaa uumtoonni maree biyyaalessaa keessatti qooda isaanii bahuu qabu Sifen Megersa May 29, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2017 (FMC) – Waltajjiin Ajandaa walitti qabuu dhaabbilee Federaalaa, Waldaalee, Rogeeyyii hawaasaa fi dhiibbaa uumtoota hirmaachise eegalameera. Waldhabdee…
Oduu biyya keessaa Magaalaa ammayyaa diinagdee bu’uura godhachuun hundaa’aa jiru Magaalaa Gadaa Sifen Megersa May 29, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2017 (FMC) – Ijaarsi Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa boqonnaan jalqabaa yeroo ammaa karaa guutuu ta’een eegalameera. Zooniin Diinagdaa Addaa Gadaa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Finfinneen hojiilee misomaa magaalaa Dippiloomaasii Idil addunyaa ta’uu ishee madaalan… Sifen Megersa May 27, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2017 (FMC) –Dura Taa'aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammad Alii Yuusuuf Kantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebee waliin mari'atan. Magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Turtiin Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Xaaliyaanitti taasisan milkaa’aa ture… Sifen Megersa May 27, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2017 (FMC) – Turtiin Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Xaaliyaanitti taasisan milkaa'aa ture jedhan Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen.…