Biyyoonni miseensota Ergama Deeggersa Loltummaa Gamtaa Afrikaa Inteebeetti walga’ii taa’aa jiru
Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Biyyoonni miseensota Ergama Deeggersaa fi Tasgabbii Loltummaa Gamtaa Afrikaa Inteebee Yugaandaatti walga’ii taa’aa jiru.
Itiyoophiyaa baka bu’uun jilli…