Zimbaabweetti balaa lolaa mudateen yoo xiqqaate lubbuun namoota 109 darbe
Finfinnee, Amajjii 19, 2018 (FMC) – Zimbaabweetti Balaa lolaa rooba cimaa roobe hordofee mudateen yoo xiqqaate lubbuun namoota 109 darbuu gabaafameera.
Namoota 61 irra ammoo miidhaan…