Ispoortii Ingiliiz vs Gaanaa… Sifen Megersa Jun 23, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 16, 2018 (FMC) – Tapha Waancaa Addunyaan har’a morkiin Ingiliiz Gaanaa waliin taasiftu ni eegama. Tapha kana dursee halkan sa’aatii 2:00 eegalee Poorchugaal…
Ispoortii Joordaan 1 – 2 Aljeeriyaa Sifen Megersa Jun 23, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC) - Tapha waancaa Addunyaa 23ffaa ganama kana taphatameen Aljeeriyaan Joordaan injifatte. Aljeeriyaan galchii 2 fi 1'n Joordaan injifachuun carraa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti sosochiin Ittisaa fi qophaa’ummaa balaa lolaa eegale Sifen Megersa Jun 23, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 16, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti sosochiin Ittisaa fi qophaa’ummaa balaa lolaa waqtii gannaa eegaleera. Ittaanaan Kaantibaa Magaalaa Finfinnee obbo Zyaanxiraar…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Maaleezyiyaa paartii Badhaadhinaaf ergaa baga gammaddanii dabarsan Sifen Megersa Jun 22, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 15, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Maaleezyiyaa Aniwaar Ibraahiim paartiin Badhaadhinaa filannoo waliigalaa 7ffaa injifachuu hordofee ergaa baga gammaddanii…
Ispoortii Waancaa Addunyaa 23ffaa… Sifen Megersa Jun 22, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 15, 2018 (FMC) – Waancaan Addunyaa 23ffaan Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon waloon qopheessan erga eegalee har’a guyyaa 12ffaa isaati. Hanga ammaatti taphoonni 40…
Ispoortii Taphoonni Waancaa Addunyaa 23ffaan har’as itti fufuun ni taphatamu Sifen Megersa Jun 22, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 15, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa Addunyaa 23ffaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon waloon qopheessan oolmaa guyyaa 12ffaan har’a taphoonni eegaman ni taphatamu.…
Ispoortii Taphoonni Waancaa Addunyaa 23ffaan har’as itti fufuun ni taphatamu Sifen Megersa Jun 21, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 14, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa Addunyaa 23ffaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon waloon qopheessan oolmaa guyyaa 11ffaan har’a taphoonni eegaman ni taphatamu.…
Oduu biyya keessaa Sagantaan ashaaraa magariisaa sirnaan hogganamuun isaa bu’aa qabeessa taasise – obbo Aganyahu… Sifen Megersa Jun 21, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 14, 2018 (FMC) – Sagantaan ashaaraa magariisaa sirnaan hogganamuun isaa bu’aa qabeessa taasiseera jedhan Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyahu Tashaagar.…
Oduu biyya keessaa Kan dhaabnu Abdii, misooma, magariisummaa, gaaddisaa fi nyaata keenya – Kantiibaa Adaanech… Sifen Megersa Jun 21, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 14, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen sagantaa ashaaraa magariisaa bara 2018 eegalchiisaniiru. Sagantaan ashaaraa magariisaa marsaa…
Ispoortii Tuuniziyaa 0 – 4 Jaappaan Sifen Megersa Jun 21, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 14, 2018 (FMC) – Tapha Waancaa Addunyaa 23ffaa ganama kana taphatameen Jaappaan Tuuniziyaa injifatte. Tapha ganama kana sa’aatii 1:00 eegalee taphatameen Jaappaan…