Waltajjii mata duree “Milkaa’ina misooma hawaasummaa ijaarsa biyyaaf” jedhuun qophaa’eerratti…
Finfinnee, Ebla 20, 2018 (FMC) – Waltajjii milkaa’inoota dameen hawaasummaan waggoottan darban galmaa’anirratti xiyyeeffachuun mata duree “Milkaa’ina misooma hawaasummaa ijaarsa biyyaaf”…