Oduu biyya keessaa Hojii Misooma Sululaa Kutaa Magaalaa Sulultaatti… Sifen Megersa Jan 23, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2018 (FMC) – Kutaa Magaalaa Sulultaatti hojii misooma Sululaa hawaasa hirmaachise hojjetamaa jira. Kutaa magaalichaatti bara kana Sululoota adda bahan 4 keessatti…
Oduu biyya keessaa Kantiibaawwan Afrikaa muuxannoo Biiroo Galiiwwanii Finfinnee qooddatan Sifen Megersa Jan 23, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2018 (FMC) – Kantiibaawwan magaalootaa fi bulchitoonni naannolee Afrikaa muuxannoo qooddachuuf gara Finfinnee dhufan hojiilee riifoormii Biiroon Galiiwwanii hojjetaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaa ashaaraa magariisaan magaalonni Itiyoophiyaa jijjiiramaa fi miidhagaa jiru Sifen Megersa Jan 23, 2026 0 Keessattuu biqiltuuwwanii dhabamanii fi bakkeewwan bashannanaa ummataan misoomaan miidhagina magaaloota dabalaa jiraachuu Waajjirri Ministira Muummee ibseera. Iddooleen kana dura…
Oduu biyya keessaa Finfinnee giddugala waltajjii idil addunyaa taasisuuf tattaaffiin eegalame cimee itti fufa –… Sifen Megersa Jan 21, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) –Finfinnee fakkeenya badhaadhinaa fi giddugala waltajjii idil addunyaa taasisuuf tattaaffiin eegalame cimee itti fufa jedhan Kantibaan magaalichaa Adaanech…
Oduu biyya keessaa Hambaan dhala namaa waggoota miiliyoona 2.6 lakkoofsise naannoo Afaaritti argame Sifen Megersa Jan 21, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) – Hambaan dhala namaa waggoota miiliyoona 2.6 lakkoofsise kan moggaafni Paaraantirooppis jechuun kennameef nnaannoo Afaar Miillee Loogiyaatti argame.…
Idil Addunyaa Hariiroo biyyoota BRICS cimaa dhufe… Sifen Megersa Jan 21, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) – Hojiileen waggoottan darban Raashiyaan hojjette biyyoota miseensaa garichaa gidduutti hariirroon akka cimu dandeessiseera. Hojiileen dippiloomaasii…
Ispoortii Adaamaan Baankii Daldala Itiyoophiyaa injifate Sifen Megersa Jan 21, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 16ffaa har’a taphatameen Adaamaan Baankii Daldala Itiyoophiyaa injifateera. Kilabni Bulchiinsa…
Ispoortii Walwaaloo Addigiraat 1- 1 Shaggar Sifen Megersa Jan 21, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 16ffaa har’a taphatameen Shaggar Walwaaloo Addigiraat waliin qixa bahe. Shaggar har’a Walwaaloo…
Ispoortii Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’as itti fufuun ni taphatamu Sifen Megersa Jan 21, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) – Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 7ffaan har’as itti fufuun ni taphatamu. Galgala sa’aatii 2:45 jalqabee Gaalatasaraay – Atileetikoo…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa murtoowwan garaagaraa dabarse Sifen Megersa Jan 20, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2018 (FMC) – Manni Maree Ministirootaa Walga’ii idilee 52ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota adda addaarratti mari’achuun murtoo dabarseera. Haaluma kanaan:-…