Sonni Diijitaalaa nageenyummaan isaa eegame birmadummaa biyyaaf bu’uura – Aadde Tigist Hamiid
Finfinnee,Waxabajjii 17, 2018 (FMC) – Sonni Diijitaalaa nageenyummaan isaa eegame birmadummaa biyyaaf bu’uura jedhan Daayrektarri Olaantuun Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa Aadde…