Ispoortii Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu Sifen Megersa Apr 13, 2026 0 Finfinnee, Ebla 5, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 27ffaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu. Haaluma kanaan guyyaa sa’aatii 7:00 eegalee Shaggar…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan damee Indaastiriin imala boqonnaa haaraarra jirti. Sifen Megersa Apr 13, 2026 0 Babal’inaa fi bara dandamannaa haaraa Indaastirii Itiyoophiyaa ilaalchisee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad EBC waliin turtii taasisaniiru. Gaaffii fi deebiin isaanii…
Idil Addunyaa Mariin Iraanii fi Ameerikaa jaarsummaa Paakistaaniin eegalame Sifen Megersa Apr 11, 2026 0 Finfinnee, Ebla 3, 2018(FMC) –Mariin Ameerikaa fi Iraan Paakistaan kallattiin keessatti hirmaattu eegalamuu gabaafame. Wayita mariin eegalame kanatti Pireezidnatiin Ameerikaa Doonaald…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xirunaan Ayyaana Du’aa Ka’uu Iyyasuus Kiristoos sababeeffachuun ergaa… Sifen Megersa Apr 11, 2026 0 Finfinnee, Ebla 3, 2018(FMC) – Ittaanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan Ayyaana Du'aa Ka'uu Iyyasuus Kiristoos sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Ayyaanni…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Du’aa Ka’uu sababeeffachuun boru subii Madfiin ni dhukaafama Sifen Megersa Apr 11, 2026 0 Finfinnee, Ebla 3, 2018(FMC) – Ayyaana Du'aa Ka'uu Iyyasuus Kiristoos sababeeffachuun boru subii sa'aatii 9:00 irratti Madfiin yeroo 9 ni dhukaafama jedhe Raayyaan Ittisa Biyyaa.…
Ispoortii Arsenaal Boornimaawuuziin injifatame Sifen Megersa Apr 11, 2026 0 Finfinnee, Ebla 3, 2018(FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 32ffaa har'a taphatameen Arsenaal Boornimaawuuziin injifatameera. Boornimaawuuz galchii 2 fi 1'n Arsenaal…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Apr 11, 2026 0 Finfinnee, Ebla 3, 2018(FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Ayyaana Du'aa Ka'uu Iyyasuus Kiristoos sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Ayyaanichi kan…
Oduu biyya keessaa Manni Maree hordoftoota amantaa Kiristaanaa Warra wangeelaa ergaa baga geessanii dabarse Sifen Megersa Apr 11, 2026 0 Finfinnee, Ebla 3, 2018(FMC) –Manni Maree hordoftoota amantaa Kiristaanaa Warra wangeelaa Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera. Pireezidaantiin mana…
Oduu biyya keessaa Hangafti Phaaphaasootaa Maana Amantaa Kiristaanaa Kaatolikii Kaardinaal Birhaane Iyyasuus ergaa baga… Sifen Megersa Apr 11, 2026 0 Finfinnee, Ebla 3, 2018(FMC) –Hangafti Phaaphaasotaa Mana Amantaa Kiristaanaa Kaatolikii Kaardinaal Birhaane Iyyasuus ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Paatiriyaarikiin mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa Qulqulluu Abunee Maatiyaas ergaa baga geessanii… Sifen Megersa Apr 11, 2026 0 Finfinnee, Ebla 3, 2018(FMC) – Paatiriyaarikiin Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa Qulqulluu Abunee Maatiyaas ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Wayita…