Oduu biyya keessaa Manni marichaa murtoowwan garaagaraa dabarse Sifen Megersa Jan 20, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2018 (FMC) – Manni Maree Ministirootaa Walga’ii idilee 52ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota adda addaarratti mari’achuun murtoo dabarseera. Haaluma kanaan:-…
Ispoortii Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan morkiin Intermiilaanii fi Arsenaal gidduutti taasifamu ni… Sifen Megersa Jan 20, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2018 (FMC) – Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 7ffaan har’aa eegaluun taphatamu. Taphni har’a halkan sa’aatii 5:00 eegalee Intermiilaan Arsenaal…
Ispoortii Seeneegaal Shaampiyoonaa Waancaa Afrikaa 35ffaa taate Sifen Megersa Jan 19, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2018 (FMC) – Tapha xumuraa har'a taphatameen seeneegaal Moorookoo injifachuun Shaampiyoonaa Waancaa Afrikaa 35ffaa taateerti. Tapha Waancaa Afrikaa 35ffaa…
Ispoortii Notiingahaam Forest 0 – 0 Arsenaal Sifen Megersa Jan 17, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 22ffaan Arsenaal Nootingahaam Foresti waliin qixa bahe. Arsenaal carraa garaagarummaa qabxii Maanchiister…
Oduu biyya keessaa Hojiin kooriidarii baadiyyaa bu’aa buusaa jira – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jan 17, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2018 (FMC) – Hojiin kooriidarii baadiyyaa eegalame bu’aa buusaa jira jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Kataraa fi Cuuphaa akkaataa duudhaa isaa eegeen kabajamuu qaba – Abunee Saawiiroos Sifen Megersa Jan 17, 2026 0 Finfinnee, Amajii 9, 2018 (FMC) – Ayyaanni Kataraa fi Cuuphaa akkaataa duudhaa amantummaa isaa eegeen kabajamuu qaba jedhan Hogganaa Olaanaan Waajjira Mana Lubummaa Waliigalaa eebbifamuu…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti bara kana namoonni kumni 89 ol sagantaa wabii nyaatarraa gara of danda’uutti ce’an Sifen Megersa Jan 17, 2026 0 Finfinnee, Amajii 9, 2018 (FMC) –Naannoo Oromiyaatti bara kana namoonni kumni 89 fi 655 sagantaa wabii nyaataarraa gara of danda'utti ce’an jedhe Biiroon Misooma magaalaa fi manneenii…
Biiznasii Raabsitoonni meeshaalee ijaarsaa nagahee malee gurgurtaa raawwataa turan to’ataman Sifen Megersa Jan 17, 2026 0 Finfinnee, Amajii 9, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti oppireeshinii gaggeeffameen Daldaltoonni meeshaalee ijaarsaa raabsan nagahee malee gurgurtaa raawwataa turan 11 to’atamaniiru.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Mana Burumsaa aanaa Surmaatti ijaarame… Sifen Megersa Jan 17, 2026 0 Finfinnee, Amajii 9, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaatti Mana Burumsaa aanaa Surmaatti…
Ispoortii Waancaa Afrikaan har’a taphni sadarkaa Ijiptii fi Naayijeeriyaa gidduutti taphatama Sifen Megersa Jan 17, 2026 0 Finfinnee, Amajii 9, 2018 (FMC) – Waancaa Afrikaa 35ffaa qopheesummaa Moorookoon gaggeeffamaa jiruun har’a taphni sadarkaa Ijiptii fi Naayijeeriyaa gidduutti taphatama. Sadarkaa 3ffaa…