Oduu biyya keessaa Faayidaalee ashaaraa magariisaa… Sifen Megersa Jun 17, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Akkuma injifannoo lola Adwaa fi ijaarsa Piroojektii Hidha Haaromsaa, sagantaan Ashaaraa Magariisaas sosochii Itiyoophiyaanoota tokkummeessedha.…
Idil Addunyaa Ulaan Hoormuuz guyyoota lama keessatti guutummaatti ni banama – Pireezidaanti Tiraampi Sifen Megersa Jun 17, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Ulaan Hoormuuz boru yookaa Iftaan guutummaatti ni banama jedhan Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi. Ameerikaa fi Iraan waliigaltee waraana…
Ispoortii Bernaardoo Siilvaan Riyaa Maadriidiif mallatteesse Sifen Megersa Jun 17, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Lammiin Poorchugaal taphataan sarara gidduu Bernaardoo Siilvaan Riyaa Maadriidiif mallatteesseera. Waggoottaan darban Maanchister Siitii keessatti…
Teeknooloojii Giddugalli Chaarjessaa yeroo tokkotti konkolaattota 24’f humna guutuu danda’u hojii eegale Sifen Megersa Jun 17, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa Giddugala Chaarjessaa yeroo tokkotti konkolaattota 24’f humna guutuu danda’u Magaalaa Finfinneetti hojii…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti waggoottan darban tola ooltummaan hojiileen Birrii biiliyoona 55.7 baasan hojjetaman Sifen Megersa Jun 17, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti waggoottan darban tajaajila tola ooltummaan hojiileen Birrii biiliyoona 55.7 baasan hojjetaman jedhe Bulchiinsi magaalichaa.…
Ispoortii Waancaa Addunyaan morkiin har’a Poorchugaal DR Koongoo waliin taasiftu ni eegama Sifen Megersa Jun 17, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Waancaa Addunyaa 23ffaan morkiin har’a Poorchugaal, DR Koongoo, Ingilaandii ammoo Kirooshiyaa waliin taasisan ni eegamu. Galgala sa’aatii 2:00…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi sirna diimookiraasii kan dhugoomu dhaabbilee qofaan osoo hin taane hirmaannaa lammiilee… Sifen Megersa Jun 13, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 6, 2018 (FMC) – Ijaarsi sirna diimookiraasii kan dhugoomu cimina dhaabbilee qofaan osoo hin taane hirmaannaa lammiilee dabalata jedhan Pireezidaantiin FDRE Taayyee…
Ispoortii Taphataa Garee Biyyaalessaa Kaanaadaa dhalootaan Itiyoophiyaa Alii Ahimad… Sifen Megersa Jun 13, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 6, 2018 (FMC) – Taphataan Kilaba Noorwiich Siitii Alii Ahimad Waancaa Addunyaa 23ffaarratti Garee Biyyaalessaa Kaanaadaaf taphataa jira. Alii Ahimad Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Walitti qabaa duraanii Boordii Hoggansa FMC Diyaaqoon Daani’eel Kibratiif gaggeessan taasifame Sifen Megersa Jun 13, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 6, 2018 (FMC) – Walitti qabaa duraanii Boordii Hoggansa Faanaa Miidiyaa Koorporeeshinii Diyaaquun Daani’eel Kibratiif gaggeessan taasifameera. Gorsaan Dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Gadaan Tuulamaa Alangee dabarsuuf jilarra jira Sifen Megersa Jun 13, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 6, 2018 (FMC) – Gadaan Tuulamaa sirna wal harkaa fuudhinsa Alangee marsaa 71ffaa Gadaa Meelbaa irraa gara Gadaa Muudanaatti dabarsuuf har'aafi boru jila qaba. Sirni…