Waancaa Afrikaan har’a taphni sadarkaa Ijiptii fi Naayijeeriyaa gidduutti taphatama
Finfinnee, Amajii 9, 2018 (FMC) – Waancaa Afrikaa 35ffaa qopheesummaa Moorookoon gaggeeffamaa jiruun har’a taphni sadarkaa Ijiptii fi Naayijeeriyaa gidduutti taphatama.
Sadarkaa 3ffaa…