Oduu biyya keessaa Godinichatti facaasaan Qamadii jallisii Bonee eegalame Sifen Megersa Nov 18, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) –Godina Arsiitti facaasaan Qamadii jallisii bonee eegalame jedhe Waajjirri Qonnaa godinchaa. Bara kana lafa heektaara kuma 300 fi kuma 60 ol Qamadii…
Ispoortii Gareen Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Sudaan Kibbaa waliin taphata Sifen Megersa Nov 18, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Tapha gulaallii Waancaa Biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaan har’a Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessa Itiyoophiyaa Umrii waggaa 17 gadii gita isaa…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin Sagantaa eegalchiisa boqonnaa 2ffaa Koomeershaalaayizeeshinii qonnaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Nov 18, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Inistiityuutii Tiraanisfoormeeshinii Itiyoophiyaan naannolee 9 keessatti hojiirra kan oolu waltajjiin sagantaa eegalchiisa boqonnaa 2ffaa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Laggaasaa Tulluun xaalayaa muudama isaanii Pireezidaanti Isimaa’eel Oomar Giileef… Sifen Megersa Nov 17, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 8, 2018 (FMC) – Jiibuutiitti Ambaasaaddar guutuu ta’uun kan muudaman Dooktar Ambaasaaddar Laggaasaa Tulluun xaalayaa muudama isaanii Pireezidaantii biyyattii Isimaa’eel…
Fayyaa Dhibee Maarbargiin yeroo gabaabaa keessatti to’achuuf hojjetamaa jira – Ministeericha Sifen Megersa Nov 17, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 8, 2018 (FMC) – Dhibee Maarbargiin yeroo gabaabaa keessatti to’achuuf hojjetamaa jira jedhe Ministeerri Fayyaa. Sadaasa 3, 2018 Itiyoophiyaatti kan mul’ate Vaayisaasiin…
Teeknooloojii Ga’umsaa fi Dandeettii Itiyoophiyaa Inistiityuutii Hubannoo Namtolchee Itiyoophiyaatti argeera… Sifen Megersa Nov 17, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 8, 2018 (FMC) – Ga’umsaa fi Dandeettii raawwachuu Itiyoophiyaa Inistiityuutii Hubannoo Namtolchee Itiyoophiyaatti argeera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Ispoortii Fiigicha daandirraa dhuma torbee kanaa fiiggamaniin Atileetootni Itiyoophiyaa injifatan Sifen Megersa Nov 17, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 8, 2018 (FMC) – Fiigicha daandirraa dhuma torbee kanaa biyyoota adda addaatti fiiggamaniin Atileetootni Itiyoophiyaa injifatan. Fiigicha Maaraatoonii Chaayinaa…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Nov 15, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy AhimadNaannoo Amaaraa Godina Saba Oromoo Kamiseetti argamuun ummataaf ergaa dabarsaniiru. Godinaalee naannoo…
Oduu biyya keessaa Hojiin misooma Koriidarii eegalame magaalota hawwataa fi mijatoo taasise – Obbo Adam Faaraahi Sifen Megersa Nov 15, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2018 (FMC) – Fooramiin Magaalota Itiyoophiyaa 10ffaan mata duree "Guddina Magaalotaa Olka'insa Itiyoophiyaaf! jedhuun Naannoo Afaar Magaalaa Samaraa Loogiyaatti…
Oduu biyya keessaa Wudib Waladoo Tigraay beekamtii Paartii Siyaasaa argate Sifen Megersa Nov 15, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2018 (FMC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessa Itiyoophiyaa Paartii Siyaasaa Wudib Waladoo Tigraay (Dhaloota Tgiraay)'f beekamtii seeraa kenneera. Boordichi…